GGC

Dhaabbanni Global General Construction PLC Gita hojii banaa armaan gadii irratti Beeksisa Qacarrii baasee jira. 1.Gita hojii- marketing, Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi Raabsaa akkasumas Haala Mijeessitoota hedduu. 2.Mindaa- 6,193 hanga 10,000 fi Qarshii 750 kan bilbila fi Geejjibaa. 3.Iddoo hojii- Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte fi Magaalaa Jimmaa. Ulaagaalee fi Dandeettii 1.Sadarkaa barnootaa-Kutaa 12ffaa fi Degree Kamiyyuu. 2.Koorniyaa-Lachuu 3.Afaan hojii naannichaa sirritti kan dubbatu/ttu. 4.Guyyaan Galmee hanga:24/01/2018. Apply here